-
Hisqiʼel 24:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Atis guyyaa sanatti afaan kee banattee nama miliqe sanatti ni dubbatta; sana booda calluma hin jettu.+ Ati isaaniif mallattoo ni taata; isaanis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”
-
-
Hisqiʼel 33:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Galgala namichi miliqe sun dhufuu isaa dura turetti harki Yihowaa na irratti dhufe; achiis inni namicha ganama gara koo dhufe sana duratti afaan koo ni bane. Kanaafuu, afaan koo ni baname; anis dubbachuu nan dandaʼe.+
-