Iyyaasuu 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Biyyi hafe kana dha:+ naannoowwan guutummaa Filisxeemotaa fi guutummaa Geeshurotaa+ Iyyaasuu 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 biyya Geebaalotaa+ fi kallattii bahaatiin guutummaa Libaanon, akkasumas Baʼaal Gaad ishii Gaara Hermoon jalatti argamtu irraa hamma Lebo Hamaatitti;*+
5 biyya Geebaalotaa+ fi kallattii bahaatiin guutummaa Libaanon, akkasumas Baʼaal Gaad ishii Gaara Hermoon jalatti argamtu irraa hamma Lebo Hamaatitti;*+