-
Hisqiʼel 27:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Jiraattonni Siidoonii fi Arwaad+ warra galaanicha siif mooqan turan.
Yaa Xiiros, namoonni kee warri dandeettii qaban warra doonii irratti siif hojjetan turan.+
9 Namoonni Geebaal+ warri muuxannoo* fi dandeettii qaban baqaqaa kee siif duuchu turan.+
Dooniiwwan galaanichaa fi hojjettoonni isaanii hundi shaqaxa bituu fi gurguruuf gara kee dhufaniiru.
-