-
Hisqiʼel 27:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Xiirosiinis akkana jedhi:
‘Yaa ishii karrawwan galaanichaa bira jiraattu,
Ishii saboota odolawwan hedduudhaaf daldaltuu taate nana,
Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:
“Yaa Xiiros ati, ‘Miidhaginni koo mudaa hin qabu’ jetteetta.+
-