-
Hisqiʼel 21:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Falfalli harka mirgaa isaa keessa jiru, meeshaa ittiin diigan dhaabuuf, isa gorraʼu sanaaf ajaja kennuuf, iyya waraanaa dhageessisuuf, meeshaa ittiin diigan karrawwan sana irratti dhaabuuf, biyyoo tuuluu fi dallaa ittisaa ijaaruuf gara Yerusaalemitti argisiise.+
-