-
Ermiyaas 32:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Kunoo, namoonni dhufanii magaalattii qabachuuf ishiitti naannessanii biyyoo tuulaniiru;+ magaalattiinis sababa goraadeetiin,+ sababa beelaatiin, akkasumas sababa golfaatiin*+ harka Kaladoota warra ishii waraanaa jiran sanaa irratti dhugumaan ni kufti; akkuma amma argituttis wanti ati dubbatte hundi raawwatameera.
-