-
Keessa Deebii 28:52Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
52 Isaan hamma dallaawwan dhedheeroonii fi jajjaboon warri ati itti amanamtu jijjiganitti guutummaa biyya kee keessatti magaalota* kee hundumaa keessatti si irratti cufanii sitti marsu. Eeyyee, isaan dhugumaan guutummaa biyya Waaqni kee Yihowaan siif kenne keessatti magaalota kee hundumaa keessatti sitti marsu.+
-
-
Ermiyaas 33:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Sababiin isaas, ani Yihowaan Waaqni Israaʼel manneen magaalaa kanaa fi manneen mootii Yihudaa warra tuullaa biyyoo sanaa fi goraadeedhaan kan kaʼe diigaman ilaalchisee,+
-