-
Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
-
-
Ermiyaas 25:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 mootonni Xiiros hundi, mootonni Siidoon+ hundii fi mootonni odola galaanicha biratti argamtu sanaa,
-
-
Hisqiʼel 32:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 “‘Bulchitoonni* kaabaa hundi Siidoonota+ hundumaa wajjin achi jiru; isaan jabina isaaniitiin sodaan akka uumamu kan godhan taʼus warra ajjeefamanii wajjin salphinaan gad buʼaniiru. Isaan utuma dhaqna hin qabatin warra goraadeedhaan ajjeefaman bira ni ciciisu; warra gara boollaatti* gad buʼanii wajjinis salphina isaanii ni baatu.
-