Ermiyaas 47:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, guyyaan dhufu sun Filisxeemota+ hundumaa ni balleessa;Michoota Xiirosii+ fi Siidoon+ warra hafan hundumaas isaan irraa ni kuta. Yihowaan FilisxeemotaWarra odola Kaaftor*+ irraa hafan ni balleessa.
4 Sababiin isaas, guyyaan dhufu sun Filisxeemota+ hundumaa ni balleessa;Michoota Xiirosii+ fi Siidoon+ warra hafan hundumaas isaan irraa ni kuta. Yihowaan FilisxeemotaWarra odola Kaaftor*+ irraa hafan ni balleessa.