- 
	                        
            
            Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Sefaaniyaa 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 “Saba Kereetotaa warra galaana qarqara jiraataniif wayyoo!+
Yihowaan isin balaaleffateera.
Biyya Filisxeemotaa kan taate yaa Kanaʼaan ani sin balleessa,
Kanaafuu, jiraattota kee keessaa tokko illee hin hafu.
 
 -