- 
	                        
            
            Amoos 1:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Yihowaan akkana jedha:
‘Fincila Xiiros siʼa sadii,+ eeyyee, siʼa afur raawwatteen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;
Sababiin isaas, isaan guutummaa sabichaa boojiʼanii Edoomitti dabarsanii kennaniiru,
Kakuu obbolummaas hin yaadanne.+
10 Kanaafuu, ani dallaa Xiiros irratti ibidda nan erga,
Innis masaraawwan ishii warra ciccimoo ni nyaata.’+
 
 -