LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yooʼel 3:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Xiiros, Siidoonii fi naannoowwan Filisxeem hundi,

      Isin maal na irraa qabdu?

      Wantan isin irratti raawwadhe tokkoof gatii naaf deebisaa jirtuu?

      Gatii koo naaf deebisaa jirtu taanaan,

      Saffisa guddaadhaan wanta isin yaaddan mataa keessan irratti nan deebisa.+

       5 Sababiin isaas, isin meetii fi warqii koo fudhattaniittu,+

      Qabeenya koo isa gaggaariis gara mana qulqullummaa keessaniitti galchitaniittu;

       6 Naannoo isaanii irraa buqqistanii isaan fageessuuf,

      Namoota Yihudaa fi Yerusaalem warra Giriikiitti gurgurtaniittu.+

  • Amoos 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaan akkana jedha:

      ‘Fincila Xiiros siʼa sadii,+ eeyyee, siʼa afur raawwatteen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;

      Sababiin isaas, isaan guutummaa sabichaa boojiʼanii Edoomitti dabarsanii kennaniiru,

      Kakuu obbolummaas hin yaadanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi