-
Hisqiʼel 31:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namoonni biyya ormaa warri saboota gidduudhaa hundumaa caalaa gara jabeeyyii taʼan isa ni kutu; gaarota irrattis isa ni gatu; baalli isaa sululawwan hundumaa keessatti ni harcaʼa; dameewwan isaas caccabanii yaaʼaawwan bishaanii biyyattii hundumaa keessa ni ciciisu.+ Namoonni lafa irraa hundis gaaddisa isaa jalaa ni baqatu, isa dhiisaniis ni deemu.
-