Hisqiʼel 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Anis waggoota isaan yakka itti raawwatanii wajjin haala wal gituun guyyoota 390 si irratti nan ramada;+ atis yakka mana Israaʼel ni baatta.
5 Anis waggoota isaan yakka itti raawwatanii wajjin haala wal gituun guyyoota 390 si irratti nan ramada;+ atis yakka mana Israaʼel ni baatta.