- 
	                        
            
            1 Mootota 12:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Israaʼelonni hamma harʼaatti mana Daawit irratti akkuma fincilanitti jiru.+
20 Guutummaan Israaʼelis Yeroboʼaam deebiʼuu isaa akkuma dhagaʼaniin, gara yaaʼichaatti isa waamanii guutummaa Israaʼel irratti mootii isa godhan.+ Gosa Yihudaatiin alatti, namoota sana keessaa tokko illee mana Daawit duukaa hin buune.+
 
 -