Hoseʼaa 9:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan biyya Yihowaa keessa jiraachuu isaanii itti hin fufan;+Kanaa mannaa, Efreem gara Gibxiitti ni deebiʼa,Isaan Asoor keessatti wanta xuraaʼaa ni nyaatu.+
3 Isaan biyya Yihowaa keessa jiraachuu isaanii itti hin fufan;+Kanaa mannaa, Efreem gara Gibxiitti ni deebiʼa,Isaan Asoor keessatti wanta xuraaʼaa ni nyaatu.+