-
Hisqiʼel 29:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “‘Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, ani goraadee sitti nan fida;+ namas taʼe horii si keessaa nan balleessa.
-