Uumama 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ilmaan Seem, Eelaam,+ Ashuur,+ Arfaaksaad,+ Luudii fi Aaraam+ turan. Ermiyaas 49:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Jalqaba bulchiinsa Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatti, dubbiin Yihowaa Eelaamiin+ ilaalchisee gara Ermiyaas raajichaa dhufe isa kana: 35 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, ani iddaa Eelaam+ isa madda* jabina isaanii taʼe nan cabsa.
34 Jalqaba bulchiinsa Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatti, dubbiin Yihowaa Eelaamiin+ ilaalchisee gara Ermiyaas raajichaa dhufe isa kana: 35 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, ani iddaa Eelaam+ isa madda* jabina isaanii taʼe nan cabsa.