-
Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
-
-
Hisqiʼel 32:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “‘Eelaam+ namoota hedduu ishii keessa jiraatanii fi goraadeedhaan kufan hundumaa wajjin awwaala ishii bira jirti. Warri biyya warra jiraatoo keessatti jeequmsa uuman utuu dhaqna hin qabatin gara iddoo lafa jalaatti gad buʼaniiru. Warra gara boollaatti* gad buʼanii wajjinis salphina isaanii ni baatu.
-