-
Daaniʼel 8:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Belshaazaar Mootichi+ mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti mulʼata isa duraan natti mulʼate sana booda mulʼanni kan biraan ana Daaniʼelitti ni mulʼate.+ 2 Yommuun mulʼaticha ilaaletti dahoo* Shushaan*+ ishii koonyaa Eelaam+ keessatti argamtu keessan ture; mulʼatichaan jalʼisii Uulaay bira akkan jiru nan arge.
-