LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Minaaseen, Yihudaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatee cubbuu akka hojjetu gochuudhaan cubbuu hojjeteen alattis, Yerusaalem fiixee gar tokkoo jalqabee hamma fiixee gara isa kaaniitti dhiigaan hamma guutamtutti, dhiiga namoota qulqulluu hedduu dhangalaaseera.+

  • Ermiyaas 22:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ‘Ijji kee fi garaan kee kan xiyyeeffate garuu buʼaa sirrii hin taane argachuu irratti,

      Dhiiga qulqulluu dhangalaasuu irratti,

      Akkasumas gowwoomsaa fi saamicha raawwachuu irratti qofa dha.’

  • Miikiyaas 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Kana malees foon saba kootii ni nyaattu,+

      Gogaa isaaniis irraa ni baastu,

      Akkuma wanta distiitti affeelameetti, akkuma foon distii keessa jiruutti,

      Lafee isaanii caccabsitanii ni hurreessitu.+

  • Zakkaariyaas 11:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Waaqni koo Yihowaan akkana jedha: ‘Hoolota qalamuuf jedhan tiksi;+ 5 warri isaan bitan isaan qalan;+ taʼus, isaan yakka rawwataniin itti hin gaafatamne. Warri isaan gurguranis,+ “Yihowaadhaaf galanni haa taʼu, ani sooressa nan taʼa” jedhu. Tiksitoonni isaanii garaa isaaniif hin laafan.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi