-
Nahimiyaa 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis, “Nuti hamma nuuf dandaʼametti Yihudoota obboloota keenya taʼan warra sabootatti gurguramanii turan deebisnee binnee turre; maarree, isin amma obbolootuma keessan ni gurgurtuu?+ Isaan deebiʼanii nutti gurguramuu qabuu?” jedheen isaanitti dubbadhe. Yeroo kanatti isaan wanta dubbatan dhabanii callisan.
-