Isaayyaas 56:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isaan saroota fedhii nyaataa guddaa* qabani dha;Matumaas hin quufan. Isaan tiksitoota hubannaa hin qabne dha.+ Hundi isaanii karaa mataa mataa isaanii deemaniiru;Tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuu barbaadu, akkanas ni jedhu:
11 Isaan saroota fedhii nyaataa guddaa* qabani dha;Matumaas hin quufan. Isaan tiksitoota hubannaa hin qabne dha.+ Hundi isaanii karaa mataa mataa isaanii deemaniiru;Tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuu barbaadu, akkanas ni jedhu: