-
Hisqiʼel 16:46, 47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 “‘Obboleettiin tee ishiin angafaa Samaariyaa+ ishii ijoollee durbaa ishii* wajjin si irraa gara kaabaa* jiraattu dha;+ obboleettiin tee ishiin quxisuun immoo Sodoom+ ishii ijoollee durbaa ishii wajjin si irraa gara kibbaa* jiraattu dha.+ 47 Ati daandiiwwan isaanii irra deddeebiʼuu fi gochawwan isaanii warra jibbisiisoo taʼan hordofuu qofa utuu hin taʼin, yeroo gabaabaa keessatti gochawwan kee hundumaatiin isaan caalaa kan mancaate taateetta.+
-