-
Baʼuu 29:45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Saba Israaʼel gidduu nan jiraadha; Waaqa isaaniis nan taʼa.+
-
-
Ermiyaas 31:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 “Yeroo sanatti, ani maatiiwwan Israaʼel hundumaatiif Waaqa nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+
-