LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaan iddoo qulqulluu anaaf ni ijaaru; anis isaan gidduu nan jiraadha.+

  • Leewwota 26:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isin gidduu nan deddeebiʼa; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isin immoo saba koo ni taatu.+

  • Zakkaariyaas 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Guyyaa sanatti saboonni hedduun Yihowaa cinaa ni dhaabbatu,+ isaanis saba koo ni taʼu; ani si gidduu nan jiraadha.” Atis Yihowaan Gooftaan Raayyaa gara keetti akka na erge dhugumaan ni hubatta.

  • 2 Qorontos 6:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Akkasumas, manni qulqullummaa Waaqayyoo waaqolii tolfamoo wajjin walii galtee maalii qaba?+ Sababiin isaas, akkuma Waaqayyo, “Ani isaan gidduu nan jiraadha,+ akkasumas isaan gidduu nan deddeebiʼa, ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu”+ jedhee dubbate, nuti mana qulqullummaa Waaqayyoo ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi