Leewwota 26:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Godoo qulqulluu koo isin gidduu nan dhaaba;+ ani* isin hin dhiisu. 12 Isin gidduu nan deddeebiʼa; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isin immoo saba koo ni taatu.+ Hisqiʼel 37:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Dunkaanni* koo isaanii wajjin* ni taʼa; ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu.+
11 Godoo qulqulluu koo isin gidduu nan dhaaba;+ ani* isin hin dhiisu. 12 Isin gidduu nan deddeebiʼa; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isin immoo saba koo ni taatu.+