- 
	                        
            
            Daaniʼel 2:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
49 Mootichi gaaffii Daaniʼel dhiheesseen Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo+ bulchiinsa koonyaa Baabilon irratti ni muude; Daaniʼel garuu mana mootummaa keessatti tajaajila ture.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Daaniʼel 3:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Haa taʼu malee, Yihudoonni ati koonyaa Baabilon akka bulchan muuddee fi Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo jedhaman jiru.+ Yaa mootii, namoonni kun kabaja tokko illee siif hin qaban. Isaan waaqolii kee hin tajaajilan; siidaa warqii ati dhaabde sanas waaqeffachuu didaniiru.”
 
 -