LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘Siree koo irra ciisee mulʼatawwan gara sammuu kootti dhufan utuman ilaalaa jiruu eegduu qulqulluun tokko samii irraa yommuu gad buʼu nan arge.+

  • Daaniʼel 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Qulqulloota keessaa inni tokko yommuu dubbatu nan dhagaʼe; qulqulloota keessaa inni kan biraan immoo isa dubbachaa jiru sanaan, “Mulʼanni waaʼee aarsaa yeroo hundumaa dhihaatuu fi balleessaa badiisa geessisu+ sanaa ibsu, akkasumas iddoon qulqulluun sunii fi raayyaan sun akka dhidhiitaman ibsu hamma yoomitti itti fufa?” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi