-
Daaniʼel 4:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Gufuu isaa garuu akkuma hiddi isaa lafa keessa jirutti sibiilaa fi sibiila diimaadhaan hidhaatii marga dirree irra jiru gidduutti dhiisaa. Inni fixeensa samiitiin haa jiidhu; gaʼeen isaas bineensota bosonaa wajjin biqiltoota lafaa gidduu jiraachuu haa taʼu.+
-