LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 8:49, 50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa+ kadhannaa isaanii fi wawwaannaa isaan fudhatama argachuuf dhiheessan dhagaʼi; murtiis isaaniif kenni; 50 yakka isaan si irratti raawwatan hunda isaaniif dhiisuudhaan, saba kee warra si irratti cubbuu hojjetaniif dhiifama godhi. Ati warri isaan boojiʼan akka isaaniif gaddan ni goota; isaanis isaaniif ni gaddu+

  • Faarfannaa 106:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Inni garuu dhiphina isaanii ni ilaala,+

      Iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessanis ni dhagaʼa ture.+

  • Faarfannaa 106:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Warri isaan boojiʼan hundi

      Akka isaaniif gaddan ni godha ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi