-
Daaniʼel 4:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Dhuma irrattis Daaniʼel inni maqaa waaqa+ koo Belteshaazaariin waamamuu+ fi hafuurri waaqolii qulqulluu isa keessa jiru ni dhufe;+ anis abjuu koo isatti nan hime:
9 “‘Ajajaa luboota falfala raawwatanii kan taate yaa Belteshaazaar,+ ani hafuurri waaqolii qulqulluu si keessa akka jiruu+ fi iccitiin sitti ulfaatu akka hin jirre akka gaariitti nan beeka.+ Kanaafuu, mulʼatawwan ani abjuu kootiin argee fi hiika isaanii natti himi.
-