-
Daaniʼel 1:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Mootichi dhimma ogummaa fi hubannaa barbaadu hundumaa yommuu isaan gaafatu, isaan guutummaa bulchiinsa isaa keessatti luboota falfala raawwatanii fi warra hooda dubbatan+ hundumaa irra harka kudhan akka caalan hubate.
-
-
Daaniʼel 2:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Sana booda Daaniʼeliif ulfina guddaa kenne; kennaa gaggaarii hedduu isaaf ni kenne; guutummaa koonyaa Baabilon irratti bulchaa isa godhe;+ namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiran hundumaa irrattis ajajaa hoggantootaa isa godhe.
-