LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, mootichi abjuu isaa akka isatti himaniif luboota falfala raawwatan, warra hooda dubbatan, falfaltootaa fi Kaladoota* akka waaman ajaja dabarse. Isaanis seenanii mooticha dura dhaabbatan.+

  • Daaniʼel 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Yeroo kanatti luboonni falfala raawwatan, namoonni hooda dubbatan, Kaladoonnii* fi namoonni urjii lakkaaʼan+ ni dhufan. Yommuun abjuu koo isaanitti himu isaan hiika isaa natti himuu hin dandeenye.+

  • Daaniʼel 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo kanatti namoonni ogeeyyiin mootichaa hundi ol ni seenan; haa taʼu malee, barreeffama sana dubbisuus taʼe hiika isaa mootichatti himuu hin dandeenye.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi