-
Daaniʼel 2:47, 48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Achiis mootichi Daaniʼeliin, “Ati iccitii kana mulʼisuu waan dandeesseef, dhugumaan Waaqni kee Waaqa waaqolii, Gooftaa moototaa fi isa iccitii mulʼisu dha”+ jedhe. 48 Sana booda Daaniʼeliif ulfina guddaa kenne; kennaa gaggaarii hedduu isaaf ni kenne; guutummaa koonyaa Baabilon irratti bulchaa isa godhe;+ namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiran hundumaa irrattis ajajaa hoggantootaa isa godhe.
-