Daaniʼel 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ajajaan abbootii taayitaa mana mootummaa sun maqaa* isaaniif moggaase; Daaniʼeliin Belteshaazaar,+ Hanaaniyaadhaan Shaadraak, Mishaaʼeliin Meeshaak, Azaariyaadhaan immoo Abedneegoo jedhee waame.+ Daaniʼel 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dhuma irrattis Daaniʼel inni maqaa waaqa+ koo Belteshaazaariin waamamuu+ fi hafuurri waaqolii qulqulluu isa keessa jiru ni dhufe;+ anis abjuu koo isatti nan hime:
7 Ajajaan abbootii taayitaa mana mootummaa sun maqaa* isaaniif moggaase; Daaniʼeliin Belteshaazaar,+ Hanaaniyaadhaan Shaadraak, Mishaaʼeliin Meeshaak, Azaariyaadhaan immoo Abedneegoo jedhee waame.+
8 Dhuma irrattis Daaniʼel inni maqaa waaqa+ koo Belteshaazaariin waamamuu+ fi hafuurri waaqolii qulqulluu isa keessa jiru ni dhufe;+ anis abjuu koo isatti nan hime: