-
Daaniʼel 1:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Mootichi dhimma ogummaa fi hubannaa barbaadu hundumaa yommuu isaan gaafatu, isaan guutummaa bulchiinsa isaa keessatti luboota falfala raawwatanii fi warra hooda dubbatan+ hundumaa irra harka kudhan akka caalan hubate.
-
-
Daaniʼel 6:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Daaniʼel hafuurri adda taʼe isa keessa waan jiruuf, abbootii taayitaa ol aanoo fi bulchitoota koonyaa kaan caalaa dandeettii kan qabu taʼee argame;+ mootichis guutummaa mootummaa isaa keessatti iddoo guddaa isaaf kennuu barbaadee ture.
-