LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 47:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Egaa, falfalaa fi dawweessuu+

      Isa ijoollummaa keetii jalqabdee itti dadhabde sana raawwachuu kee itti fufi.

      Tarii faayidaa argachuu dandeessa taʼa;

      Tarii namoonni sodaadhaan akka guutaman ni goota taʼa.

      13 Gorsitoota kee warra hedduu taʼaniin kan kaʼe dadhabdeetta.

      Warri samiiwwan waaqeffatan,* warri urjiilee xiyyeeffannaadhaan ilaalan,+

      Warri yeroo baatii haaraatti

      Waaʼee wantoota sitti dhufanii dubbatan,

      Amma kaʼanii si haa oolchan.

  • Daaniʼel 2:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kaladoonnis akkana jedhanii mootichaaf deebisan: “Mootiin yookiin bulchaa guddaan, luba falfala raawwatu yookiin nama hooda dubbatu yookiin nama biyya Kaladootaa wanta akkanaa gaafatee beeku waan hin jirreef, namni wanta mootichi gaafatu kana gochuu dandaʼu lafa* irra hin jiru. 11 Wanti mootichi gaafate kun rakkisaa dha; waaqolii warra nama duʼu gidduu* hin jiraanne sana malee namni wanta kana mootichatti himuu dandaʼu hin jiru.”

  • Daaniʼel 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo kanatti namoonni ogeeyyiin mootichaa hundi ol ni seenan; haa taʼu malee, barreeffama sana dubbisuus taʼe hiika isaa mootichatti himuu hin dandeenye.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi