LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 8:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Achiis labsii mootichaa+ bulchitoota koonyaa* mootichaattii fi bulchitoota naannoo Lagicha*+ Gamaatti ni kennine; isaanis sabichaa fi mana Waaqa dhugaa ni deggeran.+

  • Asteer 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu yeroo sana jiʼa sadaffaatti, jechuunis jiʼa Siiwaanitti,* jiʼicha keessaa guyyaa 23ffatti barreessitoonni mootichaa ni waamaman; achiis Yihudootaaf, abbootii taayitaatiif,+ bulchitootaaf, akkasumas bulchitoota koonyaawwan+ 127 taʼan warra Hindii irraa jalqabee hamma Itoophiyaatti argamaniif, tokkoon tokkoon koonyaatiif akka barreeffama* isaatti, tokkoon tokkoon sabaatiif akka qooqa isaatti, Yihudootaafis akka barreeffama* isaaniittii fi akka qooqa isaaniitti wanta Mordekaay ajaje hundumaa ni barreessan.

  • Daaniʼel 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Nebukadnezaar Mootichi eebba siidaa inni dhaabe sanaa irratti akka argamaniif bulchitoota koonyaa, hoggantoota, bulchitoota, gorsitoota, itti gaafatamtoota maallaqaa, abbootii murtii, warra seera kabachiisanii fi bulchitoota koonyaawwanii hunda akka walitti qaban ajaja kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi