LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 6:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akka kanaan Daaniʼel mootummaa Daariyosii+ fi mootummaa Qiiros isa nama Faarsi+ taʼe sanaa keessatti milkaaʼina ni argate.

  • Daaniʼel 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Qiiros+ mootiin Faarsi mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, mulʼanni tokko gara Daaniʼel isa Belteshaazaar+ jedhamee waamamuutti ni dhufe; ergaan sun dhugaa dha; waaʼee waraana guddaa tokkoo kan ibsu ture. Inni ergaa sana hubatee ture; wanta arge sana ilaalchisee hubannaan isaaf ni kenname.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi