- 
	                        
            
            Izraa 1:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
1 Dubbiin Yihowaan karaa Ermiyaas dubbate+ akka raawwatamuuf, waggaa jalqabaa Qiiros+ mootii Faarsitti, Yihowaan guutummaa mootummaa isaa keessatti labsii tokko akka labsuuf hafuura Qiiros mootii Faarsi ni kakaase; innis akkana jedhee labsii sana barreesse:+
2 “Qiiros mootiin Faarsi akkana jedha: ‘Waaqa samiiwwanii kan taʼe Yihowaan mootummoota lafaa hundumaa naaf kenneera;+ Yerusaalem ishii Yihudaatti argamtu keessattis mana akkan isaaf ijaaru+ na ajajeera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Daaniʼel 1:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Daaniʼelis hamma waggaa jalqabaa bulchiinsa Qiiros+ Mootichaatti achuma ni ture.
 
 -