LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yaa mootii, abbootiin taayitaa mana mootummaa, hoggantoonni, bulchitoonni koonyaa, gorsitoonni mootichaa fi bulchitoonni hundi labsii mootummaa tokko baasuu fi dhorkaa tokko kaaʼuuf waliin mariʼataniiru; innis guyyaa 30f namni si malee waaqa yookiin nama kan biraatti kadhannaa dhiheessu kam iyyuu boolla leencotaa keessatti akka darbatamu+ kan ibsu dha.

  • Ibroota 11:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu. 33 Isaan amantiidhaan mootummoota injifataniiru,+ qajeelummaan akka jiraatu godhaniiru, waadaa argataniiru,+ afaan leencotaa cufaniiru,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi