-
Abbootii Murtii 7:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Namoonni 300n sunis xurumbaa afuufuu isaanii ittuma fufan; Yihowaanis guutummaa buufatichaa keessatti inni tokko isa kan biraa irratti goraadee akka kaasu godhe;+ raayyaan waraanaa sunis gara Zereraatti qajeeluudhaan hamma Beet Shitaatti, hamma qarqara Abeel Meholaa+ ishii Xaabaat biratti argamtuutti ni baqate.
-