-
Daaniʼel 7:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Gaanfonni kurnan mootummaa sana keessaa mootonni kudhan akka kaʼan argisiisu; isaan booda immoo mootiin kan biraan ni kaʼa; inni warra jalqabaa irraa adda yeroo taʼu, mootota sadii ni salphisa.+
-