Daaniʼel 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Mootiin jabaan tokko kaʼee humna guddaadhaan* ni bulcha,+ wanta barbaades ni raawwata.