Daaniʼel 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+ Daaniʼel 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+
5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+
21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+