Daaniʼel 2:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 “Haa taʼu malee, si booda mootummaa kan biraan si irra xinnaatu ni kaʼa;+ achiis mootummaa kan biraan, jechuunis mootummaa sadaffaan inni sibiila diimaa taʼe ni kaʼa, guutummaa lafaa irrattis ni bulcha.+ Daaniʼel 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Kana boodas ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, bineensa kan biraa qeerransa fakkaatu tokko nan arge;+ taʼus dugda isaa irraa qoochoowwan kan allaattii fakkaatan afur qaba ture. Bineensichi mataa afur qaba ture;+ akka bulchuufis aangoon isaaf ni kenname. Daaniʼel 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+
39 “Haa taʼu malee, si booda mootummaa kan biraan si irra xinnaatu ni kaʼa;+ achiis mootummaa kan biraan, jechuunis mootummaa sadaffaan inni sibiila diimaa taʼe ni kaʼa, guutummaa lafaa irrattis ni bulcha.+
6 “Kana boodas ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, bineensa kan biraa qeerransa fakkaatu tokko nan arge;+ taʼus dugda isaa irraa qoochoowwan kan allaattii fakkaatan afur qaba ture. Bineensichi mataa afur qaba ture;+ akka bulchuufis aangoon isaaf ni kenname.
21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+