LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sana booda korbeessi reʼee sun akka malee of guguddise; haa taʼu malee, akkuma jabaa taʼeen gaanfi isaa inni guddaan ni cabe; achiis bakka isaa gaanfonni akka gaariitti mulʼatan afur gara kallattii bubbeewwan samii arfaniitti ni biqilan.+

  • Daaniʼel 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, inni yommuu kaʼu mootummaan isaa caccabee gara bubbeewwan samii arfaniitti ni hihirama;+ taʼus sanyii* isaatti hin darbu, mootummichi akka yeroo inni bulchaa ture sanaatti jabaa hin taʼu; mootummaan isaa buqqifamee warra kaanitti ni darba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi