LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Kana boodas ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, bineensa kan biraa qeerransa fakkaatu tokko nan arge;+ taʼus dugda isaa irraa qoochoowwan kan allaattii fakkaatan afur qaba ture. Bineensichi mataa afur qaba ture;+ akka bulchuufis aangoon isaaf ni kenname.

  • Daaniʼel 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sana booda korbeessi reʼee sun akka malee of guguddise; haa taʼu malee, akkuma jabaa taʼeen gaanfi isaa inni guddaan ni cabe; achiis bakka isaa gaanfonni akka gaariitti mulʼatan afur gara kallattii bubbeewwan samii arfaniitti ni biqilan.+

  • Daaniʼel 8:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Gaanfi sun cabee bakka isaa gaanfonni afur biqiluun isaanii+ immoo, saba isaa keessaa mootummoonni afur akka kaʼan argisiisa; garuu humni isaanii akka kan isaa miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi