Daaniʼel 2:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 “Haa taʼu malee, si booda mootummaa kan biraan si irra xinnaatu ni kaʼa;+ achiis mootummaa kan biraan, jechuunis mootummaa sadaffaan inni sibiila diimaa taʼe ni kaʼa, guutummaa lafaa irrattis ni bulcha.+ Daaniʼel 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+ Daaniʼel 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Mootiin jabaan tokko kaʼee humna guddaadhaan* ni bulcha,+ wanta barbaades ni raawwata.
39 “Haa taʼu malee, si booda mootummaa kan biraan si irra xinnaatu ni kaʼa;+ achiis mootummaa kan biraan, jechuunis mootummaa sadaffaan inni sibiila diimaa taʼe ni kaʼa, guutummaa lafaa irrattis ni bulcha.+
5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+